Seenaa Biirichaa | History

1981

Bara 1981 Hundeeffame

Ambo Urban Water Supply and Sewerage Service Enterprise is established in 1981 Ambo town, a capital of West Showa zone. It comprised of three kebeles & included three local new kebeles at now a days.
It located in National Reginal state of Oromia. 110 kms West of Addis Ababa – Nekemte asphalt road. The area coverage of the town about 8000 ha. Geographical location 08ᵒ59’N latitude and 37ᵒ51’E longitude.
 

Hojjattoota 10

Hundeeffama Wajirichaa yeroo jalqabaa

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1988 ALI

Waajjira Irra Deebiin Gurmeessuu

Erga mootummaan caasaa jalqaba bara 1988 ALI biiroo qabeenya bishaanii, albuudaa fi Inarjii Magaalaa Amboo jedhamee moggaafamee booda mootummaa naannoo Oromiyaa jalatti bara 1994ALI irraa eegalee maqaa kanaan hojjeta
 

Hojjattoota 50

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

1994 ALI

Irra deebiin gurmeessuun itti fufe…

Maqaa kanaan hojjechuu fi gurmaa’insa haaraa dhuma Adoolessa 1,1994ALI in gara qaama lamatti akka Ejensii albuudaa fi Inarjii Oromiyaa Magaalaa Amboo, Gudar fi biiroo qabeenya bishaanii Oromiyaa Magaalaa Amboo-Gudar hanga bara 2002ALI.
 

Hojjattoota 75

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2003 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Bara 2003ALI irraa eegalee hanga har’aatti isaan keessaa sadii (Bishaan, Albuudaa fi Inarjii) deebi’anii Biiroo tokko jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii, Albuudaafi Inarjii tahuudhaan caaseffame

Hojjattoota 100

Hojjattoota Wajirichaa 

[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

2011 ALI

Gurmaa’insi Irra Deebiin Itti Fufeera..

Erga Dhaabbanni lamaan isaanii labsiin lakkoofsa 162/2003ALI walitti makamee Biiroo Albuudaa fi Inarjii Bishaan Oromiyaa jedhamee moggaafamee booda bara 2011ALI irraa eegalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Amboo-Gudar maqaa kanaan hojjechaa jira

Hojjattoota 175

  • Sadarkaan Dhaabbatichaa :  Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii Sadarkaa 1ffaa
  • Baayyinaa Uumataa Tajaajilamanii : 624,752
  • Baayinaa Aanotaa Tajaajilaa kanatti fayyadamanii : Magaalaa =  2( (Amboo, Gudar ) fi Gandootaa Baadiyaa baayinaan = 51
  • Woliigalattii Gandootaa Magaalaa =9
  • Gandootaa Baadiyaa = 51,
  • Dimishaashattii:  Gandota 60 keessattii Tajaajilaa kan kennaa jiruu dha.
  • Hojjattoota: 170
[bold_timeline_item_button title=”Expand” style=”” shape=”” color=”” size=”inline” url=”#” el_class=”bold_timeline_group_button”]

NU ARGACHUUFNu argachuun. Salphaadha.

    BILBILA
    +251-931-726-757
    ARGAMA
    Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Nageelle Arsii
    WIX - JIM
    8:30AM - 5:30PM
    Dh.Taj.B.Dhug.Dha.AG (AGWSSSE)
    https://agwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/logo.png

    Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Amboo-Gudar | AGWSSSE (Ambo-Guder Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

    Connect with us
    +251-112362119

    Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

      Copyright ©2024 AG-WSSSE. All rights reserved.                   |   Powered by: OICT Solutions